Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu magaalaa Dagahaaburiif dhagaan bu’uuraa kaa’me
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 8n kan ijaarramu Proojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu magaalaa Dagahaaburiif dhagaan bu’uuraa kaa’meera.
Sirni dhagaa…