Namoonni Doolaara ni baayy’ifna jechuun yakka waliindhahuu raawwachaa turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuunfaan Doolaara ni baayy’ifna jechuun yakka waliindhahuu raawwachaa turan to’atamuu Komishiniin…