Paartiin Badhaadhinaa tajjabdoota filannoo idil addunyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa torbee muraasa booda gaggeeffamu ilaalchisee tajjabdoota filannoo idil addunyaa waliin…