Amantaan Musiliimaa nageenya labsuu, waldhabdee maqsuu fi araara buusuun beekama- obbo Shimallis…
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa calqabbii Sooma Ramadaanaa sababeeffachuudhaan hordoftoota amantaa Musiliimaatiif ergaa…