Preezdaant Saahilawarq Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga'ame ibsaniiru.…