Oduu biyya keessaa Yeroon galmee kaadhimamtootaa marsaa 2ffaa dheerate Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa yeroon galmee Kaadhimamtootaa marsaa 2ffaa hanga Gurraanndhala 30, 2013tti dheerachuu beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Karra Marraa paarkii michummaa Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira Wabi Fufa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Ayyaanni injifannoo Karra Marraa paarkii michummaa Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira Qophii yaaddannoo kanarratti miseensoota loltuu…
Oduu biyya keessaa Bareessaa Olaanaa IGAD Dooktar Warqinahi Gabayyoo daayreektara olaanaa humna eeggataa Afrikaa Bahaa… Wabi Fufa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) Dooktar Warqinahi Gabayyoo Daayreektara Olaanaa Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan dhimma keessoo biyyootaa keessa galuu dhaabuu qabdi – Raashiyaa Sifen Megersa Mar 5, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Ameerikaan dhimma keessoo biyyootaa keessa galuu dhaabuu akka qabdu Raashiyaan waamicha dhiyeessite. Dubbii himaan Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi ga’ee irraa… Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa,yaadaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi damee hojii qabuun ga'ee irraa eegamu ba'uu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Siidaa fi addabaabayii artiist Xilahuun Gassasee hojjechuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Maqaa Dooktara Kabajaa artiist Xilahuun Gassaseen Siidaa fi addabaabayii hojjechuuf dhagaa bu'uuraa kaa'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 980 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 980 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 3 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee muudamoota abbootii seeraa 21 raggaasiise Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idileesaa 2ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessaa oole xummureera. Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad qaamolee konsartii yaadannoo Artiist Xilaahuun Gassasaaf qopheessan… Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamolee konsartii yaadannoo Artiist Xilaahuun Gassasaaf qopheessan galateeffataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Jilli Demokiraatiik Rippaabiliik Koongoo marii sadeenii Hidha Haaromsaa Guddichaa ilaalchisee… Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC)- Jilli Demokiraatiik Rippaabiliik Koongoo marii sadeenii Hidha Haaromsaa Guddichaa ilaalchisee Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii waliin…