Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan karaa nagaan xummurame – Komishinii Poolisii Finfinnee
Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan karaa nagaan xummuramuu Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise.
Ayyaanni injifannoo Adwaa…