Oduu biyya keessaa Galmeen kaadhimamtootaa guyyaa 4f dheerate Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmeen kaadhimamtootaa guyyaa 4f dheeressuu beeksise. Boordichi marsaa jalqabaaf naannoolee fi…
Oduu biyya keessaa Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Ityoophiyaatti bakka buutuu Fandii Poopulaashinii… Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Ityoophiyaatti bakka buutuu Fandii Poopulaashinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Deeniiyaa Gaayli…
Oduu biyya keessaa Komishiniin poolisii Finfinnee miseensoota poolisii kuma 1 fi 516 eebbise Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Komishiniin poolisii Finfinnee miseensoota poolisii marsaa 22ffaa fi 23ffaan leenjise kuma 1 fi 516 eebbiseera. Itti Antuu Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Ambaasaaddara Birrii miiliyona 49n haaromfame eebbifame Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Paarkiin Ambaasaaddara Birrii miiliyona 49n haaromfame eebbifameera. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Mana Jireenyaa Kantiibaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii “marii hammayyoomeen Boqonnaa abdii Haaraa’ jedhuun paarkii michoomaatti… Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa ayyaana injifannoo Adwaa waggaa 125ffaa sababeeffachuun waltajjii marii qopheesseera. Waltajjiin marii kunis mata…
Oduu biyya keessaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Kutaa 12ffaa irratti Hubannoo Kenne Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa har'a qoda fudhattoota kenniinsa qormaataa fi nageenyaaf leenjii hubannoo uumuu (orientation) Magaalaa Adaamaatti…
Oduu biyya keessaa Hojii seektara Qonnaa ji’oota 6n darbanittii tiraaktaroonnii 310 fi Kompaayinaroota 80 qonnaan… Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa hojii seektara Qonnaa ji’oota 6n darbanittii hojjetaman omishtummaa qonnaa…
Oduu biyya keessaa Yunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 4fi 174 sagantaa garagaraatiin barsiisaa ture eebbise Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Yunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 4fi 174 sagantaa garagaraatiin barsiisaa ture eebbise. Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota bara…
Oduu biyya keessaa Waltajiin marii mata duree ‘’Ijaarsa Hidha Haaromsa Ityoophiyaa fi Hirmaannaa Hayyoota’’ jedhuun… Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Waltajiin marii mata duree ‘’Ijaarsa Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa fi Hirmaannaa Hayyoota’’ jedhuun Yuunivarsiitii Dabra Marqoositti gaggeeffama…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii isaa idilee 13ffaa Waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Feb 27, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Yaa’ii Caffee bara kanaa adda kan taasisu yeroo itti oftuulaa ABUT qabsoo karaa nagaa didee diigumsa filate itti dhabamsiifnee imala badhaadhinaa…