Proojaktiin magaaloota baadiyyaa 25 madda anniisaa aduu fayyadamoo kan taasisu ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Bu’uura sagantaa elektirifikeeshinii biyyaalessaan madda anniisaa olaanaa irraa kan fagaaatan gandootaa fi magaalota baadiyyaa 25 proojaktiin madda…