Jarman filannoo waliin walqabatee deeggarsa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 91 taasifte
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Mootummaan Jarmaan adeemsa bara filannoo bara Faranjootaa 2020 hanga 2025 jiru gama komishinii Awurrooppatiin Ityoophiyaatti bulchiinsa filannoo fi…