Aanaa Coobiitti proojaktiin biishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godina Shawaa lixaa aanoo Coobiitti proojaktiin biishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 21 ijaarrame eebbifameera.
Proojaktichi…