Oduu biyya keessaa Tiraaktaroota 950 gara biyyaa imalchiisuun eegalame Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qonna Ammayyeessuuf meeshalee qonnaa ammayyaa qotee bulaan bitachuu akka danda’uu Tiraaktaroota 950 gara biyya keessaa…
Oduu biyya keessaa Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsan Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi naannoo Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsaniiru. Hooggantoonni immaammaata komishiinii poolisii naannoo…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jiraachuu himame. Walga’ichi bakka itti aanaan Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Har’arraa eegalee guyyoota 3f fuulli miidiyaa hawaasa Boordii Filannoo gaafadhaa jedhuu qopha’uu… Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Har’arraa eegalee walitti fufiinsaan guyyoota 3f fuulli miidiyaa hawaasa Boordii Filannoo gaafadhaa jedhuu qopha’uu ibsameera. Boordiichaaf fuula…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfa lakkooftuuni ijaarraa sababeeffachuun hojii alseerummaa raawwataan waan jiraaniif… Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa lakkooftuu humna elektirikaa ni galchina jechuun hojii alseerummaa raawwataan waan jiraaniif hawaasni of…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa Qonnaan bultootaa fi Horsiisee bultootaa gama hundaan mirkaneessuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Giddu-galli galtee tajaajila qonnaa iddoo tokkoo Godina Shawaa Bahaa Aanaa Booraa magaalaa Booteetti qonnaan bultoota adda duree gara…
Teeknooloojii Teeknooloojii dhibee biqiltoota fakkii qofaan adda baasu Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Dargaggoonni teessoo isaanii Magaalaa Jimmaa taasiisan lama teeknooloojii dhibee biqiltootaa fakkii qofaan adda baasuu ifoomsaniiru. Dargaggoonni…
Oduu biyya keessaa Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraaf Amajjii 30 beekkamtiin ni laatama Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraaf Amajjii 30 beekkamtiin akka laatamuu Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa beeksise. Sirni beekamtii laachuu…
Biiznasii Ministeerichi baatiwwan jahaan darbanitti birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 49 ol galii… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatiwwan jahaan darbanitti Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 49 fi miiliyoona dhibba 2 ol galii walitti qabuu beeksise.…