Gaambeellaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame har’a waaree booda eebbifameera.…