Obbo Hayilamaariyaam Dassaaleenyi Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa duraanii fi ergamaan addaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiya obbo Hayilamaariyaam Dassaaleenyi Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir …