Haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan hidha haaromsaarratti mariin sadee har’a ni eegalama
Finfinnee, Muddee, 25, 2013 (FBC) - Haala guutinsaa fi gadi lakkifama bishaan Hidha Haaromsaa ilaalchisee mariin sadee har’a Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi gidduutti ni eegalama.…