Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu godina Gujiitti bu’uraalee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii aanaa Liiban ganda…