Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xirunaa Sifen Megersa Mar 19, 2025 0 Mootiittiin Qarqara Xaanaa, haadhi Mukeen miidhagoo, handhuurri Tuurizimii hojiirra jirti. Qilleensa Nagaa, bakkeewwan qor qalbii namaa hawwataniin kan badhaate, sosochii daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata Poolisii bilisaa fi gahumsa qabu ijaaruun nageenya biyyattiif gumaacha olaanaa qabaachuun… Tsehay Guluma Mar 19, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) - Dhaabbata Poolisii bilisaa fi gahumsa qabu ijaaruun nageenya biyyattiif gumaacha olaanaa qabaachuu Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa…
Fayyaa Tajaajilli fayyaa biyyattii % 82 Dhaabbilee Fayyaa Mootummaa keessatti akka kennamu ibsame Yonatan Birhanu Mar 19, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Itiyoophiyaatti tajaajilli fayyaa %82 Dhaabbilee Fayyaa Mootummaa keessatti kan kennamu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Doktar Maqidas Dhaabaa…
Idil Addunyaa Raashiyaan haleellaa bu’uuraalee misooma Inarjiirratti raawwatamu dhaabuuf waliigalte Sifen Megersa Mar 19, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin haala waraana Raashiyaa - Yuukreen dhaabuun…
Ispoortii Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Chaayinaatti qajeele Yonatan Birhanu Mar 19, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Mana keessaa Idil addunyaa irratti hirmaatu gara Naanjingi Chaayinaatti halkan edaa…
Fayyaa Dhukkubni Kalee maali? Tsehay Guluma Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) –Dhukkubni kalee sababoota garaagaraatiin fayyummaan kalee miidhamee dhiiga qulqulleessuu dadhabuun dhangala’aan xuraawaan qaama keessatti kuufamee…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti misooma jallisii kuduraan lafti hektaarri kumni 400 ol misoome- BQO Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti misooma jallisii kuduraan lafti hektaarri kumni 400 ol misoomuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Naannichatti misooma jallisii…
Oduu biyya keessaa Hoggantonnii fi Hojjettonni Yuunivarsiitii Finfinnee hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan Tsehay Guluma Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Hoggantoonni fi Hojjettonni Yuunivarsiitii Finfinnee hojiilee misoomaa garaagaraa magaalaa Finfinnee daawwataniiru. Daawwannicharratti…
Biiznasii Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 72 galmeessisaniif… Yonatan Birhanu Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) –Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 500 ol Kaappitaala Birrii Birrii 72 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii murteesseera.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Wixinee Labsii Hoggansa Sodaa Balaa qorachuun Koree dhaabbii ilaallatutti dabarse Ayana Dheressa Mar 18, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Wixinee Labsii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa qorachuun koree dhaabbii ilaallatuuf dabarse. Manni marichaa…