Oduu biyya keessaa Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojiilee hedduun hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Magaalichaa .…
Oduu biyya keessaa Lolaan waqtii gannaa irra deddeebiin mudatu yaaddoo guddaa nutti ta’e – Jiraattoota… Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Lolaan waqtii gannaa irra deddeebiin mudatu yaaddoo guddaa nutti ta'e jedhan jiraattoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa. Bara baraan hanguma ganni dhufu…
Biiznasii Dhaabbatichi rakkoo keessa ture keessa bahuun hojiilee bu’aa qabeessa hojjechuu eegale Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Waraqaafi paalpii Itiyoophiyaa yeroo dheeraaf rakkoo keessa ture keessaa bahuun hojiilee bu’aa qabeessa hojjechuu eegale jedhe.…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017(FMC) - Paartileen Siyaasaa faayidaa biyyaa fi uummataaf jecha nagaa buusuu fi waaressuuf cimnee hojjenna jedhan. Paartileen kunniin mataduree “Nagaa buusuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqilaan miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 24 ni… Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqilaan miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 24 ni dhaabbata jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa tokkotti biqilaa miiliyoonoota dhaabuun qaama seenaa imala dhaabuun dandamachuu haa taanu… Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Guyyaa tokkotti biqilaa miiliyoonoota dhaabuun qaama seenaa imala dhaabuun dandamachuu haa taanu jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Bosona…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana hanga ammaatti biqilaan biiliyoonni 3.5 dhaabbate Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqilaan biiliyoonni 3.5 dhaabbate jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Dippiloomaasiin magariisaa siyaasaa oli – Dooktar Diimaa Nogoo Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Dippiloomaasiin magariisaa siyaasaa oli jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Walitti Qabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota Nageenyaa fi Hariiroo Alaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmoota tarsiima’aa irratti xiyyeeffachuun diinagdee naannichaa… Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmoota tarsiima’aa irratti xiyyeeffachuun diinagdee naannichaa bayyanachiise jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Aanaa Adaabbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe Ayana Dheressa Jul 24, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2017(FMC)- Balaa tiraafikaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa bakka Gaara Washaa jedhamutti mudateen lubbuun namoota 10 darbe. Konkolaataan Doolfiinii Godina…