Oduu biyya keessaa Abdallaa Haamdook Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 13, 2020 0 Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook daawwannaa hojiif Finfinnee galan. Abdallaa Haamdook buufata xiyyaaraa idil addunya Boolee wayita…
Oduu biyya keessaa Bara mootummaa Dargii Muummee Ministiraa kan turan Fiqirasillaasee Wagdaras du’aan boqotaniiru Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Bara mootummaa Dargii Muummee Ministiraa kan turan Fiqirasillaasee Wagdaras du’aan boqotaniiru. Muummeen Ministiraa duraanii Shaambal…
Oduu biyya keessaa Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jira Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jira. Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata…
Ispoortii Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa… Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa har’aa eegaleera. Tapha Istaadiyoomii…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigiraay guyyaa boruu irraa eegalee gara hojiitti akka galu beeksise Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Kaabineen Bulchiinsa Yeroo Tigiraay guyyaa boruu irraa eegalee gara hojiitti akka galu Hojii Raawwachiiftuu Olaanaa Bulchiinsa Yeroo Tigiraay Dooktar Muluu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree “Biqiltuu ni kunuunsina, Aramaa ni… Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti kenni tajaajila lammummaa mata duree “Biqiltuu ni kunuunsina, Aramaa ni Buqqifna! Jedhuun raawwatamaa jira. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Sochiin Jiraattoota magaalaa Maqalee gara idileetti deebi’eera. Raayyaan Ittisa biyyaa erga maqaalicha too’atee as Sochiin Jiraattoota magaalaa…
Oduu biyya keessaa Baatii Sadaasaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 68tti… Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Baatii Sadaasaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 68tti tilmaamamuu fi maallaqni seeraan alaa too’atameera.…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo… Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo Laga Daadhii Eebbisan. Preezdaantiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan sosochii biqiltuu haa kunuunsinu,aramaa haa buqqisnu jedhu akka Oromiyaatti magaalaa… Wabi Fufa Dec 12, 2020 0 Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Sagantaan sosochii biqiltuu haa kunuunsinu,aramaa haa buqqisnu jedhu akka Oromiyaatti magaalaa Adaamaatti eegalame. Sagantaan sosochii biqiltuu…