Obbo Dammaqaan gita isaanii Deenmaark Jeppee Kofood waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deenmaark Jeppee Kofood…