Hojiiwwan ijaarsa daandii Konkiriitii Aspaaltii Bishooftuu- Caffee Doonsaa- Sandaafaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) - Ijaarsa daandii Konkiriitii Aspaaltii Bishooftuu- Caffee Doonsaa- Sandaafaaf hojiiwwan lafa qotuu fi oomishni ujummoo boo’ii lolaa gaggeeffamaa jiraachuu…