Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC) – Torbee tokko keessatti kutaa biyyattii garaagaraatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 51.9tti tilmaamamu to’atamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamu ooyiruu qonnaa godina Baalee daawwate Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC)- Jilli itti aanaa hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun durfamu Ooyiruu Qonnaa godina Baalee aanaa Agaarfaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach ijaarsa proojektii daandiwwanii Kiiloo Meetira 49 uwwisu ifatti eegalchiisan Sifen Megersa Nov 22, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 13, 2013 (FBC)- Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ijaarsa proojektii daandiwwanii 5 Kiiloo Meetira 49 uwwisu ifatti eegalchiisan.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin dhaabachuu fi tumsuu itti fufuu beeksise Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) -Ministeerri Nageenyaa hawaasni Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin dhaabachuu fi tumsuu itti fufuu beeksiseera. Deeggarsicha kan qindeessuu Koreen…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ityoophiyaanonni hundi Ummata Tigiraay cinaa akka hiriiran hojiin itti agarsisan ifoome Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Sagantaan Ityoophiyaanonni hundi Ummata Tigiraay cinaa akka hiriiran hojiin itti agarsisan ifoome. Sagantaan kun haala yeroon walqabatee…
Oduu biyya keessaa Duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata… Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Af-yaa’iin Mana Maree federeshinii obbo Adam Faaraah duulli olaantummaa seeraa garee ABUT irratti fudhatamaa jiru birmadummaa biyyaa eegsisuu fi ummata…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Waldaalee Dayaaspooraa Ityoophiya hundaa’e Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Gamtaan Waldaalee Dayaaspooraa Ityoophiya hundaa’e. Gamtichi waldaalee dayaaspooraa kutaalee biyyatti gara garaa keessaa qindaa’uun hundaa’uu…
Oduu biyya keessaa Garee ‘MIDROC’n kan ijaarme gamoo Miinaa abbaa darbi 25 hojii eegale Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Garee ‘MIDROC’n kan ijaarme gamoo Miinaa abbaa darbi 25 hojii eegale. Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee magaalaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad ergama seera kabachiisuutiin Raayyaan ittisa biyyaa guyyoota muraasa darbanitti… Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ergama seera kabachiisuutiin Raayyaan ittisa biyyaa guyyoota muraasa darbanitti injifannoon galmeessise kan…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Zawdeen tarkaanfii Ityoophiyaan garee Juntaa Naannoo Tigraay irratti… Wabi Fufa Nov 21, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarq Zawdeen tarkaanfii Ityoophiyaan garee Juntaa Naannoo Tigraay irratti fudhataa jirtu hojii olaantummaa seeraa kabachiisu akka ta’e…