Oduu biyya keessaa Sirni gaggeessa waancaa Hidha haaromsaa taasiifame Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Waancaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa turtii isaa Finfinnee xumuruun gara Dirree Dawaatti gaggeeffame. Saganticharratti itti aantuun…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama wareegamaan dhufe tiksuuf uummanni gatii barbaachisaa ta’e kaffaluuf qophii… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jijjiirama wareegamaan dhufe tiksuuf uummanni gatii barbaachisaa ta'e kaffaluuf qophii ta'uu ifatti agarsiiseeraa jedhan Itti Gaafatamaan Waajira…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajii idilee 10ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a… Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa waltajii idilee 10ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a galma walga'ii Waajjira Muummee Ministiraatti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Marii Addis Wag waajjira muummee ministiraatti ni gaggeeffama Sifen Megersa Feb 4, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) - Waltajjiin Marii Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti ni gaggeeffama jedhame. Marichi mata duree 'daandii Kominiikeeshinii filannoo nagaa fi…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Dooktar Ambaachaw Makonniin hundaa’e Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Faawundeeshiniin preezdaantii naannoo Amaaraa duraanii Dooktar Ambaachaw Makonniin ifatti hundaa'e. Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa naannoo Tigraay ministiroota dhimma alaa Afrikaaf ibsa taasiisan Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ministiroota Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 547 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa… Sifen Megersa Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) - Shakkamtoonni Imbaasii Immireetoota Araba Gamtoomanii Finfinneetti argamurratti haleellaa shororkeessummaa raawwachuuf socho'aa turan 15 to'annoo jala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Imanu’eel Maakroon waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Faransaay Imanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiy fuula…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boruu walga’ii idileesaa ni gaggeessa Obse Wakgari Feb 3, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata walga’ii idilee waggaa 6ffaa bara hojii 10ffaa boruu ni gaggeessaa. Galmaa walga’ii Waajjira Muummee…