Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Filiippoo Giraand waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara olaanaan dhimmoota Godaantootaa Filiippoo Giraand…
Oduu biyya keessaa Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ boruu jalqabee manneen… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Sosochiin biyyaalessaa ‘akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa godhadhaa’ boruu jalqabee manneen barnootaatti ni eegala jedhame.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti Indaastiriiwwan miidhamanii turan gara hojiitti deebisuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu gaggeeffameen Indaastiriiwwan miidhamanii turan gara hojiitti deebisuuf hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Jaappaan tumsa misoomaa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti-Ambaasaaddar Iitoo Taakaakoo Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC)-Jaappaan tumsa misoomaa Ityoophiyaa waliin qabduu cimsuuf akka hojjettuu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Iitoo Taakaakoon ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Giddugalli galteewwanii fi tajaajila qonnaa Botee eebbifame Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Giddugalli galteewwanii fi tajaajila qonnaa Botee eebbifameera. Giddugalichi karoora mootummaa naannoo Oromiyaa qabate keessaa tokko yaa ta'u, malee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa guyyaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaan itti laatamu akka ifoomsu… Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnootaa guyyaa qormaatichi itti laatamu dursee ifoomsuu akka qabuu Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaadachiiseera. Ministeerichis…
Oduu biyya keessaa Tiraaktaroota 950 gara biyyaa imalchiisuun eegalame Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qonna Ammayyeessuuf meeshalee qonnaa ammayyaa qotee bulaan bitachuu akka danda’uu Tiraaktaroota 950 gara biyya keessaa…
Oduu biyya keessaa Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsan Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Komishiiniin poolisii Dirree Dawaa fi naannoo Affaar hariiroosaanii akka cimsan ibsaniiru. Hooggantoonni immaammaata komishiinii poolisii naannoo…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Konkolaattoota haadarra imalan dabalatee filannoowwan Geejjibaa haaraa fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Manni maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Soomaalee walga’ii idilee 12ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jiraachuu himame. Walga’ichi bakka itti aanaan Preezdaantii…