Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo midhaan hoomaa Awwaanisaan miidhame daawwate.…