Naannoo Harariitti vaayrasiin koroonaa nama tokkorratti argame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Gabaasni idilee guyyaa kaleessaa erga dhiyaatee boodaa naannoo Harariitti vaayrasiin koroonaa nama tokkorratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…