Oduu biyya keessaa Abbaan Bariisaa boqotan Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Proofeesar Maahdii Haamiid Muudee, Abbaan Gaazexaa Bariisaa, barreessaan Galmee Jechootaa Afaan Oromoo, Xalayaa Bariisaa, Walaloo Bariisaa boqatan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Ingiliiz Doominiik Raabi deeggarsa namoomaa naannoo Kaaba Ityoophiyaatti… Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Ministirri Dhimma Alaa Ingiliiz Doominiik Raab deeggarsa namoomaa Dhaabbatni Gargaarsaa Biriitaaniyaa naannoo Kaaba Ityoophiyaatti dhiyeessaa jiru…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 281 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) - Lammiileen Ityoophiyaa 281 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an. Lammiileen Ityoophiyaa Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti sagantaan Ispoortii sochii qaamaa adeemsifame Wabi Fufa Jan 23, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC) -Qopheessumaa Koomiishinii Ispoortii Naannoo Oromiyaa fi bulchiinsa magaalaa Adaamaatiin sagantaan sochii qaamaa magaalaa Adaamaatti taasifameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Agarsiisa daldalaa fi Baazaarii idil addunyaa 38ffaa Sudaanirratti hirmaachaa jirti Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Agarsiisa daldalaa fi Baazaarii idil addunyaa 38ffaa Sudaanirratti hirmaachaa jiraachuu ibsame. Agarsiisa daldalaa fi Baazaaricharratti…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeel ABO Shanee balaaleeffatan Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) –Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeel hiriira ba'uun ABO Shanee balaaleeffataniiru. Aanaa Baabboo Gambeel Jiraattoonni Ambaaloo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 555 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 555 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ministirri alaa Ingiliiz Doomiiniik Raab biyyi isaanii michummaa Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti… Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq fi Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Ingiliiz Doomiinik Raab waliin mari’ataniiru. Preezdaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Alamaayahu Taganuu dura taa’aa koree mana maree dhimmoota idila addunyaa Raashiyaa… Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuu dura taa’aa Koree Mana Maree dhimmoota idila addunyaa Raashiyaa Koonistaantiin Koosaacheev waliin Viidiyoo konfaransiin…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessitoota adda waraanaa garaagarratti gabaasa hojjechaa turaniif beekkamtiin laatame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Broodkaastiingii Ityoophiyaa jila Gaazexeessitootaa adda waraanaa garaagarratti gabaasa hojjechaa turaniif beekkamtiin laate.…