Ispoortii Atleet Lattasanbat Gidayiif simannaan taasifame Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Atleet Lattasanbat Gidayiif simannaan taasifameefira. Atleetittiin wayita buufata xiyyaaraa Boolee idil addunyaa geessu itti aantuu preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 902 vaayrasii koroonaan qabaman Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 902 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan laabraatoorii…
Oduu biyya keessaa Obbo Lidatuu Ayyaalaw irratti himatni biroo dhiyaate Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Obbo Lidatuu Ayyaalaw irratti himatni biroo dhiyaate. Obbo Lidatuu Ayyaalaw irratti himatni biroo sanada mootummaa cee’umsaa hundeessu qopheessuu jedhu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan… Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan murteesse. Rakkoo geejjibaa furuuf awutobisoonni 560…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Marii Iniisheetiivii hunda galeessaa sadarkaa biyyaalessatti hundaa’e Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Waltajjiin Marii Iniisheetiivii hunda galeessaa sadarkaa biyyaalessatti hundaa’e. Hundeeffamuun waltajjichaa dhimmoota biyyaaleessarratti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoota dabalataa 153 irratti vaayrasii koroonaa argame Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 153 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Fayyaa Guyyaan agartuu sadarkaa addunyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Guyyaan agartuu addunyaa sadarkaa addunyaatti har’a kabajamaa jira. Guyyichi akka Oromiyaatti Fulbaana 28,2013 mata duree ‘Abdiin Keenya Agartuu…
Oduu biyya keessaa Somaalee; godina Doollootti maddi anniisaa aduu tajaajila laachuu eegale Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Naannnoo Somaaleetti maddi anniisaa aduu kiilo waatii 325 tajaajila laachuu eegale. Maddi anniisichaa godina Doolloo ganda Qorillee…
Biiznasii Abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtiin laatame Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtii laatera. Kaffaltoonni beekamtin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ingiliiz damee barnootaa Ityoophiyaa tumsuu kan itti fufu ta’uu beeksise Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Mootummaan Ingiliiz damee barnootaa Ityoophiyaa tumsuu kan itti fufu ta'uu beeksise. Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun…