Obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan.
Ergaan baga…