Oduu biyya keessaa Giddugalli Misooma Albuudaa Ityoophiyaa hundaa’e Wabi Fufa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – ‘Giddugala Misoomaa Albuudaa Ityoophiyaa’ mata duree jedhuun wixinummaa Ministeera Albuudaa fi Boba’aatiin Yuunivarsiitii finfinnee fi Mana Barumsaa…
Ispoortii Fiigicha eda Baarseeloonaatti dorgomameen Atleet Ganzabee Dibaabaa injifatte Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Fiigicha Kiiloo Meetira 5 Ispeen Baarseeloonaatti kaleessa galgala dorgomameen Alteet Ganzabee Dibaabaa sadarkaa 1ffaan yoo xumurtu obboleettiin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa mudateen suqoota 48 irra miidhaan qaqqabe Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa qaqqabeen suqoota 48 irraa miidhaan qaqqabuu poolisiin beeksiseera. Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 11 karaa seeraan alaatin daangaa ce’uf turan gara biyya deebi’aan Obse Wakgari Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanoonni 11 karaa seeraan alaatiin gara Afrikaa kibbaatti imaluuf daangaa ce’uf turan gara biyyasaanii deebi’uu Keeniyaatti Imbaasiin…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Daandii Diikniil – Daaguuriif waliigalteen Doolaara miiliyoona 43 mallattaa’e Sifen Megersa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Koorporeeshiniin Hojiiwwan Ijaarsaa Ityoophiyaa Diizaayinii f Ijaarsa daandii Diikniil – Daaguur raawwaachuuf Kooriidarii Buufataalee Jiibuutii waliin…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban… Wabi Fufa Jan 1, 2021 0 Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii fi dhaabbileen waamamtootaa daa’immaan jireenya daandirraa… Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Ministeerri Aadaa fi Tuuriziimii fi dhaabbileen waamamtootaa shan daa'immaan jireenya daandirraa kaasuuf kan dandeessisu sagantaa deeggarsaa eegalan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Ityoophiyaa Hundaa’e Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Manni Maree Waldaalee Dhaabbilee Siiviilii Ityoophiyaa hundaa'u ibsameera. Yaa'ii hundeeffama Mana Marichaarratti bakka buutoonni Waldaalee Dhaabbilee…
Fayyaa Diillaatti Xannachi kiiloo Giraamni 26 Garaa dubartii tokkoo keessa yaalan ba’e Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Magaalaa Diillaa Hospitaala Salaamitti Garaa dubartii tokkoo keessaa Xannachi kiiloo giraama 26 ulfaatu yaala baqaqsanii yaaluun ba'uu oggeeyyiin yaalaa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi godina Matakkalitti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif… Sifen Megersa Dec 31, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinii olaanaan Godaantootaa godina Matakkalitti lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa…