Oduu biyya keessaa Gaazixeessaa Fiqruu Walduu boqate Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Gaazixeessaa Fiqruu Walduu addunyaa kanarra du’an boqate. Gaazixeessaa Fiqruu Walduu dhibee irra bubuleen yaalama turuun guyyaa kaleessa umrii waggaa…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsii namoota Covid-19 qabamanii miiliyoona 25 darbe Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Chaayinaa bulchiinsa magaalaa Wuhaanitti kan muuldhate Covid-19 addunyaarratti namoota miiliyoona 25 ol qabeera. Addunyaa qormaata hamaa keessa kan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka… Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka bu’aan naannoo Oroomiyaatti godina Shawaa bahaa aanaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan eebbisiise Obse Wakgari Aug 30, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan leenjisaa ture 502 eebbisiise. Yuunivarsitiichi damee barnoota…
Oduu biyya keessaa Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi… Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii cimee itti fufuu qaba – aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 212 vaayrasii koroonaan… Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 212 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad Projaktii Addabaabayii Masqalaa daawwatan Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Addabaabayii Masqalaa daawwatan. Dooktar Abiy projaktichi marsaa jalqabaan hojjettoota kuma 5 kan…
Oduu biyya keessaa Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqee Mokonnin Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee… Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqee Mokonnin Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee daawwatan. Itti Aanaan Muummee Ministiraa obbo Dammaqee…
Oduu biyya keessaa Komiishiniin Poolisii Federaalaa uffannaa dambii (Reenjarii) Poolisota Federaalaa jijjiire Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Komiishiniin Poolisii Federaalaa uffannaa dambii (Reenjarii) Poolisota Federaalaa jijjiire. Reenjarii haaraan eebbifame kun torbee lama keessatti…
Idil Addunyaa Faransaay vaayrasichi amma deebi’ee itti hammaate Wabi Fufa Aug 29, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaarraa haga tokko dandamattee kan turte Faransaay vaayrasichi amma deebi'ee itti hammaateera. Kaleessa namoota 7,379tu…