Hiikkaa heeraarratti waltajjiin yaada ogeeyyii dhaggeeffachuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Hiikkaa heeraarratti waltajjiin yaada ogeeyyii dhaggeeffachuuf qophaa'e gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin har'aa Yaa'iin Qulqulleessituu Heera…