Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti sirreeffamtoota kuma 12f dhiifamni godhame Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti sirreeffamtoota seeraa kuma 12f dhiifamni godhamuu Abbaan Alangaa Waliigalaa naannichaa beeksise. Abbaan Alangaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Taaksiiwwan hamma fe’iinsa isaanii walakkaan akka hiri’san murtaa’e Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Taaksiiwwan hamma fe’iinsa isaanii walakkaan akka hir’isan murtaa’uu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyii fayyaa tajaajila tola ooltummaa laachuuf galmaa’aniif leenjiin Intarneetiin kallattiin… Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ogeeyyii fayyaa tajaajila tola ooltummaa laachuuf galmaa’aniif leenjiin Intarneetiin kallattiin qophaa’uu ibsame. Ministeerri Fayyaa ogeeyyii fayyaa…
Waajabila Faanaa Ameerikaatti Qeerransi vaayrasii koroonaan qabamuu dhaga’ame Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Ameerikaatti Qeerransi baka jireenya bineensotaa keessa jiraatu tokko vaayrasii koroonaan qabamuun isaa ibsame. Qeerransi umrii waggaa 4…
Idil Addunyaa Jaak Maan marsaa 2ffaaf Afrikaaf deeggarsa taasise Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012(FBC) –Dureessi Chaayinaa Jaak Maan meeshaalee weerara Vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu Afrikaaf deeggarsa taasisuu beeksise. Hundeessaa fi abbaan qabeenyaa…
Idil Addunyaa Booriis Joonsan Hospitaala galan Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012(FBC) - Muummeen Ministiraa Ingiliiz Booriis Joonsan erga vaayrasii koroonaan qabamanii guyyoota 10 booda Hospitaala galan. Dubbii himaan isaanii akka…
Oduu biyya keessaa Ibsa Gaddaa Sifen Megersa Apr 6, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC)-Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan lammiilee Itoophiyaa dhibee koroonaan lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhaga’ame…
Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan to’ataman Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) - Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan to’ataman. Sirreeffamtoonni seeraa Naannoo Hararii miliquuf yaali taasisaan…
Oduu biyya keessaa Hooggantoonni Ministeera Aadaa fi Turizimii hoteelota magaalichatti argamanirratti daawwannaa fi… Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Hooggantoonni Ministeera Aadaa fi Turizimii hoteelota magaalichatti argamanirratti daawwannaa fi sakatta’insa tasaa taasisan. Hooggantoonni…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun korma gurraacha qaluun waaqa kadhatan Wabi Fufa Apr 5, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun; vaayrasiin koroonaa Adduunyaa irraa akka baduuf Sirna Gondooroon korma gurraacha qaluun…