Obboo Gadduun deeggarsa dhaabbileen idil addunyaa koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf taasisan fuudhan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Gadduu Andaargaachaw deeggarsa dhaabbileen idil addunyaa koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf taasisan fuudhaniiru.…