Faarmaatikaaliin Shaansheeng guyyatti Saanitaayzarii liitra kuma 24 oomishuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Magaalaa Duukamitti Iistarn Indaastirii Zoonitti kan argamu Faarmaatikaaliin Shaansheeng guyyatti Saanitaayzarii liitra kuma 24 oomishuu eegale.…