Magaalichatti jiraattota harka qalleeyyiif meeshaaleen qulqullinaa kenname
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti jiraattota harka qalleeyyii ta’aniif meeshaaleen qulqullinaa kennameera.
Magaalichatti tamsa’ina vaayrasii koroonaa…