Oduu biyya keessaa Manneen Murtii Federaalaa gariin akka cufaman murtaa’e Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Murtichi tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuu keessatti ga'ee kan qabaatu ta'uu preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma'aazaa Ashannaafii beeksisaniiru. Manneen murtii…
Biiznasii Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa daballii seeran alaa taasisan 200 ol irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Hawaasni daldalaa yaaddoo vaayrasii koroonaatti dabalataan yaaddoo qaala'iinsa jireenyaa ta'uu akka hin qabne Biiroon Daldalaa Oromiyaa akeekkachise.…
Oduu biyya keessaa Guutuu naannoo Oromiyaatti guyyaan harka dhiqannaa labsame Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Guutuu naannoo Oromiyaatti guyyaan harka dhiqannaa labsame. Akka mootummaa naannoo Oromiyaatti koreen 'taask foorsii' sadarkaa hundatti hundaa’ee…
Oduu biyya keessaa Saanitaayzariin dabalataan ni rabsama Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa muraasaan booda saanitaayzarii dabalataa vaayrasii koroonaa ittisuuf gargaaran kan raabsu ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hawaasni vaayraasii koroonaarraa dursee of eegannoo akka taasisuuf karoorri qopha’aa… Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti hawaasni vaayraasii koroonaarraa dursee of eegannoo akka taasisuuf, walitti fufinsan odeeffannoo waliin ga’uuf karoorri qopha’aa…
Vaayrasiikoroonaa Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee guyyootii araaraa shan labsan Obse Wakgari Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee guyyootii araaraa shan labsan. Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee kaleessaa eegalee guyyootii kadhannaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Saamuunaa qulqullinaa (saaniitaayzarii) guyyaa har’aa manneen qorichaa… Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Saamuunaa qulqullinaa (saaniitaayzarii) guyyaa har’aa manneen qorichaa Kanamaatti rabse. Itti aanaan Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti koreen vayrasii koroonaa ittisu hundaa’e Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaraatti vaayrasii koroonaa ittisuuf koreen Itti Aanaa preezdaanti mootummaa naannoo Amaaraa Dooktar Faantaa Mandafiroon durfamu hundaa’uu…
Oduu biyya keessaa Vaayrasi koroonaa waliin walqabatee daldaltoota shaqaxootarratti daballii gatii taasisan 188 irratti… Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti vaayrasi koroonaa waliin walqabatee daldaltoota shaqaxootarratti daballii gatii taasisan 188 irratti tarkaanfiin…
Ispoortii Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan waggaa tokkoof… Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan waggaa tokkoof dheerachuu ibsame. Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa…