Oduu biyya keessaa Hojii daldalaa mijataa fi si’ataa taasisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Hojii daldalaa mijataa fi si’ataa taasisuu kan dandeessisu tajaajilli elektirooniiksii daldala Poortaalii biyyaalessaa ifoomera. Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Filannoon bara 2012 nagayaan akka xumuramu hojjetamaa jira jedhame Obse Wakgari Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Filannoon biyyoolessaa Ityoophiyaa bara 2012 nagayaan akka xumuramu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksise. Ministeerri Nageenyaa,…
Teeknooloojii Addunyaarra bilbiloonni sochootuu Andirooyidii fi taableetonni biiliyoona tokkoo ol saaybariif ni… Wabi Fufa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Addunyaarra bilbiloonni sochootuu Andirooyidii fi taableetonni biiliyoona tokkoo ol saaybariif saaxilamoota jedha qorannoon tokko. Addunyaarra…
Ispoortii Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan booruu eegaluun ni taphatamu jedhame Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) –Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 16ffaan booruu eegaluun ni taphatamu jedhame. Liigiichi boqonnaa torbee lamaan booda marsaa 2ffaan…
Fayyaa Namoota dhibee vaayrasii koroonaan qabaman keessaa namoonni kumni 53 ol fayyan Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Namoota dhibee vaayrasii koroonaan qabaman keessaa namoonni kumni 53 ol fayyan jedhame. Erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’atee namoota…
Biiznasii Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjetamuu akka qabu ibsame Obse Wakgari Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Guurraandhala 27, 2012 (FBC) - Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf diinaagdee waliigalaarratti hojjetamuu akka qabu ogeeyyonni diinagdee beeksisan. Daballii gatii shaqaxootaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Burtukaan gita isaanii Baahireen waliin mari’atan Wabi Fufa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Jilli Ministir Deettaa Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon duurfamu ministir deettaa Dhimma Alaa Baahireen Dooktar Sheehaa Raanaa Biint…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 10 laatte Obse Wakgari Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Ameerikaan baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 10 laatte. Deeggarsichi karaa Eejansii Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin… Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Liigiin Arabaa Hidha Haaromsaarratti Gibts deeggaruun murteen dabarse fudhatama hin qabu jette. Liigiin Arabaa sadarkaa ministiroota…
Biiznasii Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajila fe’umsaa fi loojastiiksitiin badhaasa idil addunyaa… Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajila fe'umsaa fi loojastiiksitiin badhaasa idil addunyaa kan waggaa moo’ate. Dhaabbatichi waldorgommii Hind…