Oduu biyya keessaa Iityoo Chiikan ebbifame Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan warshaa cuucii Adaamaatti ijaarrame;…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hojiilee koroonaa vaayrasii ittisuuf hojjetamaa jiran daawwatan. Obbo Dammaqaan Wiirtuu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan walga’ii idilee Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti… Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan walga'ii idilee Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachaa jirti. Teessoosaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad jiraattota godina Daawroof ergaa dabarsan Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad godina Daawroo magaalaa Tarcaatti jiraattotaaf ergaa dabarsan. Dooktar Abiy istaadiyamii…
Oduu biyya keessaa Balaa ibiddaatiin biqiltuuwwaan Kuma 200 ol manca’an Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) -Aanaa Shaashamannee ganda Daalattii Calalaqaatti balaa ibiddaa qaqqabeen biqiltuuwwan duula "ashaaraa magariisaatiin" Adoolesa 22, 2011 dhaabaman…
Biiznasii Koomiishinichi baatiiwwan 7n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.67f carraan hojii uumamuu beeksise Obse Wakgari Mar 7, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 28, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Carraa Hojii Uumuu baatiiwwan 7n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.67f carraan hojii uumamuu beeksise. Manni Maree Carraa…
Oduu biyya keessaa Eejansiin Traanisfoormeeshinii Qonna Ityoophiyaa qonna Ityoophiyaa jabeessuuf Birrii miiliyoona 91… Obse Wakgari Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Eejansiin Traanisfoormeeshinii Qonna Ityoophiyaa meekaanaayzeeshinii qonna Ityoophiyaa jabeessuuf waliigaltee Birrii miiliyoona 91 mallatteesse.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen barnootaa fi leenjii qorannoon gaggeessan akkuma jirutti ta’ee humna diippiloomaasii… Obse Wakgari Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa fi leenjii qorannoon gaggeessan akkuma jirutti ta’ee humna diippiloomaasii ta’uutu irraa eegama jedhame. Dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Iityoo Teelekoom hayyoota dubartoota hojii baruu fi barsiisuu keessatti ga’ee olaanaa ba’an badhaase Sifen Megersa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Iityoo Teelekoom guyyaa dubartoota addunyaa 44ffaa sababeeffachuun hayyoota dubartoota hojii baruu fi barsiisuu keessatti ga’ee olaanaa ba’an…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa sagantaa manneen barnootaaf nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf… Wabi Fufa Mar 6, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa sagantaa manneen barnootaaf nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf murteesse. Baankichi sagantaa manneen barnootaa…