Fayyaa Vaayrasiin koroonaa jeequmsa sammuu uumaa jira Wabi Fufa Mar 3, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Chaayinaa magaalaa Hoong Koongitti vaayrasiin koroonaa namoota hedduurratti jeequmsa sammuu uumaa jiraachuun himame. Hoong Koongitti hanga…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa diippiloomaatonni biyyattii gadi dhiisanii akka ba’an eeyyamte Sifen Megersa Mar 3, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa sababa dhibee Koroonaatin diippiloomaatota biyyattii gadi dhiisanii ba’uu barbaadaniif eeyyama laatte. Daandiin Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaa af yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa… Obse Wakgari Mar 3, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa af yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa Caafotiin duurfamu Jibuutii daawwate. Obbo Taaggasaan…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Waldaa Abbootii Qabeenyaa Taaksii Finfinnee MM Dr Abiy waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) -Miseensonni Waldaa Abbootii Qabeenyaa Taaksii Finfinnee muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waliin mari'atan. Miseensonni waldichaa…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti kaanaabiisii giraamni 3000 to’annoo jala oole Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Poolisiin bulchiinsa magaalaa Shaashamannee kaanaabiisii giraama 3000 to’annoo jala oolche. Qajeelchi poolisichaa akka ibsetti,…
Oduu biyya keessaa Qulqullinaa fi qaqqabama barnootaa guddisuuf wiirtuuwwan saayinsii, teeknooloojii, injinariingii fi… Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Qulqullinaa fi qaqqabama barnootaa guddisuuf wiirtuuwwan saayinsii, teeknooloojii, injinariingii fi herreegaa(STEM) babal'achuu qabu jedhame.…
Oduu biyya keessaa Adwaan injifannoo gootummaa walooti – preezdaant Saahilawarq Zawdee Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Adwaan injifannoo gootummaa walooti jedhan preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan gaarren…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan sirnoota addaddaatin kabajame Obse Wakgari Mar 2, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2012 (FBC) – Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 124ffaan sirnoota addaddaatin kabajame. Ayyaanichi magaalaa Finfinnee fi magaalaa Adwaatti…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy biqiltuu dhaaban bishaan obaasan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad biqiltuu naannoo ‘CMC’ tti dhaaban bishaan obaasaniiru. Dooktar Abiy galgala kana naannichatti…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni naannoollee ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsan Sifen Megersa Mar 1, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Mootummoonni naannoolee, bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi dhaabbileen federaalaa ergaa baga kabaja ayyaana Adwaan isin ga’ee dabarsaniiru.…