Hojiirra oolmaa labsii eksaayz taaksii ilaalchisee oomishtoota biiraa waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii eksaayz taaksii haaraa ilaalchisee hanqina hubannoo uummame furuuf oomishtoota biiraa waliin mariin gaggeeffame.…