Meeshaaleen saffisa konkolaattootaa too’atan naannooleef rabsaman
Finfinnee, Qaammee 3,2012 (FBC) - Too’annoo tiraafikaa ammayyeessuuf meeshaalee saffisa too’atan birrii miiliyoon 25 olitti tilmaaman naannooleef rabsuu Ministeerri Geejjibaa beeksise.…