Biyyoonni sirna fayyaa cimaa ijaaruu qabu- Dooktar Teediroos Adihaanoom
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Biyyoonni sirna fayyaa cimaa ijaaruu akka qaban daayreektarri olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom dhaamaniiru.…