Oduu biyya keessaa Naannoo gammoojjiitti qamadiin jallisiidhan oomishamaa jira Sifen Megersa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) –Naannolee gammoojji Afaar, Somaalee fi Kibba Oomootti qamadiin jallisiidhan oomishamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera. Naannolee…
Teeknooloojii Feesbuukii, Twiitaraa fi Inistaagiraamni burjaajjiif saaxilamaniit turan Wabi Fufa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Feesbuukii, Twiitaraa fi Inistaagiraamni burjaajjiif saaxilamaniit turan. Uggurtoonni odeeffannoo miidiyaalee hawaasummaa kanneen butanii itti…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota addaddaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota addaddaa waliin mari'atan. Dooktar Abiy, preezdaantii Sudaan Kibbaa…
Idil Addunyaa Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’uu, Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa… Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin tumsaan kan hojjettu ta'uu, Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa(USAID) beeksise. Ameerikaan hidhata…
Idil Addunyaa Miisisiippitti balaa ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 6 darbe Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Miisisiippitti balaa ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 6 darbuun dhaga’ameera. Qondaaltonni biyyattii, balaa ibiddaa mudateen…
Oduu biyya keessaa Mariin daa’imman waraanaa fi walitti bu’iinsan Afrikaatti miidhamanirratti xiyyeeffatu… Wabi Fufa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Mariin daa'imman waraanaa fi walitti bu'iinsan Afrikaatti miidhamanirratti xiyyeeffatu gaggeeffamaa jira. Waltajjichi yaa’ii hoggantoota Gamtaa…
Balballoommii fi yaada Naannoo Tigraayitti weerarri awwaannisaa irra deebidhaan mudate Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Naannoo Tigraayitti weerarri awwaannisaa irra deebidhaan mudate. Biiroon Qonnaa Naannoo Tigraay akka beeksisetti, weerarichi irra…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan har’a ni xumurama Sifen Megersa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Yaa’iin idilee hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan har’a ni xumurama. Mata duree "Ardii sagaleen meeshaa waraanaa keessatti hin dhaga’amne yaa…
Idil Addunyaa Elsaalvaadooritti loltootni mootummaa hidhannoo guutudhaan Paarlaamaa seenan Wabi Fufa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Elsaalvaadooritti loltootni mootummaa hidhannoo guutudhaan Paarlaamaa seenan. Loltootni kun liqaan Doolaara miiliyoona hedduu hidhannoo isaanii…
Fayyaa Chaayinaatti vaayrasii koroonaatin guyyaa tokkotti namoonni 97 du’an Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Chaayinaatti guyyaa kaleessaa qofa koroonaa vaayrasiitin namoonni 97 du’aniiru. Erga vaayrasiin koroonaa mul’atee Chaayinaatti lakkoofsi namoota…