Weerarri awwaannisaa aanolee godina Jimmaa 7 keessatti muul’ate
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Hoomaan awwaannisaa aanolee godina Jimmaa 7 keessatti muul'ate.
Akka waajjirri Misooma Bunaa, Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa godinichaa ibsetti hoomaan…