Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan weerara awwaannisaa to’achuuf hojjechaa jirti Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara awwaannisaa si'a 2ffaa to'achuu yoo hin danda'in oomisha idilee fi jallisiirratti miidhaa qaqqabsiisuu mala jedhame. …
Biiznasii Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatii 6tti oomisha Birrii biiliyoona 17.5 walbichisiisera Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Oomishti Gabaa Ityoophiyaa baatii 6tti oomisha Birrii biiliyoona 17.5 walbichisiisera. Oomisha meetriik toonii 338,253 gabaadhaf dhiyeessuun…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa ambulaansota 700 ol biirolee fayyaaf deeggarsaan laate Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa FDRI biirolee eeggumsa fayyaa naannolee fi bulchiinsa magaalootaatif ambulaansota 700 ol deeggarsaan laachuu beeksise. Bara baajataa…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamaa jiru akkuma itti fufetti jira Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Mariin ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti gaggeessan guyyaa 4ffaa akkuma itti fufetti jira. Marichi Amajjii…
Biiznasii Naannoo Amaaraatti kaffaltoota gibiraa burjaajjii gibiraa uuman kuma 1 fi 500 ol irratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraatti kaffaltoota gibiraa burjaajjii gibiraa uuman kuma 1 fi 500 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame. Kaffaltootni gibiraa galmee…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa bakka MM Dr Abiy argamanitti walga’ii addaasaa ni gaggeessa Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa bakka muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti walga'ii addaasaa ni gaggeessa. Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Baqattoonni Ityoophiyaa kuma 2 fi 281 gara biyyaatti deebi’ufi Wabi Fufa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Keeniyaatti kan argamaan Baqattoonni Ityoophiyaa kuma 2 fi 281 gara biyyaatti deebi’ufi. Baqattoonni kunneen Keeniyaatti bakka buufata baqattoota…
Oduu biyya keessaa Hoggansi Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa fi Boordii Filannoo Biyyoolessaa qophii filannoorratti… Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Hoggansi Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa fi Boordii Filannoo Biyyoolessaa qophii filannoorratti mari'atan. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa fi…
Teeknooloojii Meeshaleen elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataa fayyadamuu akka qaban… Obse Wakgari Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajii 22, 2012 (FBC) –Paarlaamaan Gamtaa Awurooppaa oomishni meeshalee elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataan fayyadamuu akka qaban murtoo sagalee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ittisa weerara Awwannisaaf deeggarsa laate Sifen Megersa Jan 31, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa(USAID) weerara Awwaannisaa ittisuuf kan oolu Doolaara Ameerikaa kuma dhibba 8 Ityoophiyaaf deeggarsa taasise.…