Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Jigjigaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Piitar Maawuraa giddugala deebisanii dhaabuu qamaa midhamtoota magaalaa Jigjigaa daawwatan.
…