Oduu biyya keessaa Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qaba Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) –Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qabu himame. Dhiyeessiin simintoo hanqina qabaachuu bira darbee gatiin isaa dabaluun damee ijaarsaa…
Idil Addunyaa Gareen humnoota mormituu Liibiyaa waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuufi Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Gareen humnoota mormituu Liibiyaa Raashiyaa Mooskotti waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuufi. Waliigalticha dhaabbata mootummoota gamtoomaniin…
Oduu biyya keessaa Koonfaransii sosochii nageenya tiraafikaa Adaamaatti gaggeeffame Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Koonfaransiin sosochii nageenya tiraafikaa magaalaa Adaamatti gaggeeffameera. Koonfaransichi qopheessummaa Abbaa Taayitaa Geejibaa Oromiyaa fi…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy daawwii isaanii biyyoota Afrikaa xumuruun gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii biyyoota Afrikaa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru. Dooktar Abiy Ahimad Muddee 28,2012…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa dameesaa Jibuutii ebbisiise Obse Wakgari Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'eel Oomar Giilleeh Jibuutiitti damee Baankii Daldalaa Ityoophiyaa ebbisiisuun hojii eegalchiisan. Preezdaantichi…
Idil Addunyaa Iiraanitti ambaasaaddarri Ingiliiz to’annoo jala oolan Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Iiraanitti ambaasaaddarri Ingiliiz to’annoo jala oolfamaniiru. Iiraanitti hoggantoonni mootummaa xiyyaaraa Yuukreen dhukaasun kuffisuu erga ibsanii…
Oduu biyya keessaa Obboo Gadduun marii dhimma Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamuuf Waashingtaan Diisii galan Wabi Fufa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw marii dhimma Hidha Haaromsaarratti gaggeeffamuuf Waashingtaan Diisii galaniiru. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggansa KFO magaalaa Hararitti ABOn galma barkumeetti ummata waliin mari’ate Wabi Fufa Jan 12, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) - Jilli hoggansa KFO magaalaa Hararitti Addi Bilisummaa Oromoo galma barkumeetti guyyaa har’aa ummata waliin mari'ate. Marichaanis ummanni filannoo…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa Afrikaa kibbaa waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 12, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) – Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa Afrikaa kibbaa waliin mari'atan. Lammiileen Ityoophiyaa kumaatamaan lakkaawwaman Afrikaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Preezdaanti Afrikaa Kibbaa Raamaafoosaa waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 12, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad Preezdaanti Afrikaa Kibbaa Siiril Raamaafoosaa waliin mari’atan. Gaggeessitoonni lameen marii…