Oduu biyya keessaa Sirreeffamtoonni Hararii miliquuf turan adabaman Obse Wakgari Apr 30, 2020 0 Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Sirreeffamtoonni Mana Amala Sirreessaa Hararii miliquuf turan akka adabamana murtaa'e. Sirreeffamtoonni kanneen Bitootessa 27,2012 balbala cabsuun…
Oduu biyya keessaa Jaanmeedaatti rakkoo mudateen namoota 7rra miidhaan qaqqabe Obse Wakgari Apr 30, 2020 0 Finfinnee, Eebila 22, 2012 (FBC) – Naannoo Jaanmeedaatti (Urufa Doobbii) rakkoo mudatee tureen namoota 7rra miidhaan salphaa fi jiddugaleessi qaqqabe. Nama 6rra miidhaa salphaan, nama…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi ‘Oroma Media Coplex’ dhibbantaa 33 irraa gahe Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ijaarsi 'Oroma Media Coplex' dhibbantaa 33 irraa gahe Handhuura Oromiyaa, Finfinnee, Boolee Dambal cinatti, iddoo seenaa Waddeessa jedhamutti ijaaramaa…
Oduu biyya keessaa Ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n deeggarsa yaala dhibee vaayrasii koroonaa kennuuf gara Ityoophiyaa… Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n deeggarsa yaala dhibee vaayrasii koroonaa kennuuf gara Ityoophiyaa dhufan hojii isaanii xumuran. Torban…
Idil Addunyaa Morokootti sirreeffamtoonni seeraa 300 ol vaayrasii koroonaan qabaman Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Morokootti sirreeffamtoonni seeraa 300 ol vaayrasii koroonaan qabaman. Qorannoo mana amala sirreessaa keessatti taasifameen sirreeffamtoonni seeraa 313…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesa guyyaa boruu ni gaggeessa Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idileesa guyyaa boruu ni gaggeessa. Manni Marichaa walga’ii isaan murtoowwan garagaraa qorachuun ni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 130 qaqqabe Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii samuudaa 766 irratti sa'aa 24 darbe keessatti gaggeeffameen, nama Afurirratti vaayrasiin koroonaa argame. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Namoonni 9 labsii yeroo ariifachiisa cabsanii himataman maallaqaan adabaman Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Namoonni 9 labsii yeroo ariifachiisa cabsanii himataman maallaqaan adabaman. Namoota labsii yeroo ariifachiisa cabsan 9n kanneen Abbaan Alangaa…
Oduu biyya keessaa Ejansiin misoomaa Gabaa Oromiyaa Sirna al- ergii hammayya’aa fi haqa qabeessaa ta’e… Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) –Ejansiin misoomaa Gabaa Oromiyaa Sirna al- ergii hammayya'aa fi haqa qabeessaa ta'e diriirsuun fayyadamimmaa ummataa mirkaneessuuf hojjachaa jirachuu…
Oduu biyya keessaa Mariin mata duree “COVID-19 filannoo dheeressuu fi filannoowwan seeraa” jedhuun gaggeeffame Wabi Fufa Apr 29, 2020 0 Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Mariin mata duree “COVID-19 filannoo dheeressuu fi filannoowwan seeraa” jedhuun gaggeeffame. Sababa COVID-19n filannoo fulduraa…