Viidiyoowwan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga’an Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/205664797403706/?t=1
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan itti dabarsan daawwatan Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan guyyoota 14 itti dabarsan daawwatan. Aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga’an- MM Dr Abiy Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga'uu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Amma har'a ganamaatti…
Oduu biyya keessaa Naannon Kibbaa sochiin geejiba ummataa akka adda citu murteesse Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Kibbaa sochiin geejiba ummataa akka adda citu murteesse. Murtichi kan darbe weerara vaayrasii koroonaa ittisuufi. Gareen…
Idil Addunyaa Namoonni vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 34 ga’an Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Namoonni vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 34 ga'an. Namoonni vaayrasichaan qabaman kuma dhibba 7 fi kuma 23 fi 700 ga'aniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannon Amaaraa geejibni ummataa gara naannichaa seenu akka hin jiraanne beeksise Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Amaaraa kaleessaa eegalee geejibni ummataa gara naannichaa seenu akka hin jiraanne beeksise. Kaleessa Bitootessa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 21 ga’aniiru Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) -Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 21 ga'aniiru. Ityoophiyaatti namni vaayrasichaan lubbuusaa dhabe amma ammaatti…
Oduu biyya keessaa Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii idil addunyaa 80 taasisaa ture adda kute Wabi Fufa Mar 29, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyya har’aa irraa eegaluun balallii idil addunyaa 80 taasisaa tureadda kutuu beeksise. Daandiiin Qilleensa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vaayrasi Koroonaa ittisuuf sochiin tiraafika magaalaa keessaa… Wabi Fufa Mar 29, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Asallaa weerara vaayrasi Koroonaa ittisuuf sochiin tiraafika magaalaa keessaa akka dhaabbatu murteesse. Haaluma kanaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Muummee Ministiraa dhimma COVID-19 ilaalchisuun ibsa baaseera Wabi Fufa Mar 29, 2020 0 Qaamoole fayyaa fi nageenya hawaasarrattii hokkora oofan irrattii qaamnii seera kabachiisuu hojii seera kabachiisuu siriittii akka raawwatu kallattiin kaa'ameera -waajjira Muummee Ministiraa…